Episodios

  • #66 What to ask when looking to rent (Med) - #66 Gaaffilee yeroo mana kireeffachuu deemtan gaafattan (giddu-galeessa)
    Jul 17 2024
    Learn how to ask questions when looking for a home to rent. - Mana kireeffachuu barbaaddan gaafa ilaaluu deemtan maalfaa gaafachuu qabdu? Yoo dhaggeeffattan afaan irraa barattu akkasumas gaaffilee silaa yeroo mana barbaaddattan gaafatuu qabdan ni barattu.
    Más Menos
    18 m
  • How to lodge your tax return in Australia - Australia keessatti taaksii kee hojjechiisuu
    Jul 17 2024
    In Australia, 30 June marks the end of the financial year and the start of tax time. Knowing your obligations and rebates you qualify for, helps avoid financial penalties and mistakes. Learn what to do if you received family support payments, worked from home, are lodging a tax return for the first time, or need free independent advice. - Australia keessatti, Waxabajjii (June) 30 xumura bara herrega maallaqaa fi yeroo itti gibira hojjechiisan dha. . Dirqama kee fi waa sii debi''uuf gahaa tahuu kee beekuun adaba maallaqaa fi dogoggora hojjechuu irraa si oolcha. Kaffaltii deeggarsa maatii yoo argatte tahe, hojii mana irraa hojjette yoo tahes, akkasuma ammoo yeroo jalqabaaf taaksii hojjechiista yoo tahe, gorsa dhuunfaa bilisa si barbaachisuu maluuf maal akka goodhtu hubadhu.
    Más Menos
    12 m
  • How to recycle electronic items and batteries in Australia - Australia keessatti meeshaalee elektrooniksii fi baatriiwwan akka itti deebisanii ofi irraa ergan
    Jul 3 2024
    Many common household items such as mobile phones, TVs, computers, chargers, and other electronic devices, including their batteries, contain valuable materials that can be repurposed for new products. Electronic items we no longer use, or need are considered e-waste. Across Australia, there are government-backed programs available that facilitate the safe disposal and recycling of e-waste at no cost. - Meeshaaleen mana keessaa beekamoo ta’an hedduun kanneen akka bilbila harkaa, TV, kompiitara, chaarjii fi meeshaaleen elektirooniksii biroo, baatirii isaanii dabalatee, meeshaalee gatii guddaa qaban kanneen oomisha haaraadhaaf irra deebi’anii fayyadamuu danda’an of keessaa qabu. Meeshaaleen elektirooniksii nuti kana booda itti hin fayyadamne, ykn nu hin barbaachifne akka balfa-elektirooniksiitti ilaalamu. Guutummaa Australia keessatti sagantaaleen mootummaan deeggaraman kanneen balfa-elektirooniksii baasii tokko malee haala nageenya qabuun gatuu fi deebifamee ergamu taasisuuf haala mijeessan jiru.
    Más Menos
    12 m
  • Obbo Mulee waliin dhimma fayyadama baankii ilaalchisee Kutaa 2fa
    Jul 3 2024
    Haala liqaa baankii qabaachuu irraa dhibee adda addaatti akka hin saaxilamne wanti nanmu eeggachuu qabu baayyeetu jiru, jedha obbo Muleen.
    Más Menos
    9 m
  • Baankii- Waanti hawaasni beekuu qabu maal?
    Jun 26 2024
    Namni tokko baankii isaa waliin waan wal dubbatee ture irratti waan dabalaa yoo barbaade , ykn dhaamsa karaa hattoota interneetaa itti ergamu ilaalchisee isa mudate baankii isaa itti dhihaatee dubbisuun furmaata argachuu danad’a jechuun nuu hime, obbo Mulee Tizaazuu.
    Más Menos
    14 m
  • Exploring the rewards and opportunities of teaching in Australia  - Bu’aa fi carraa barsiisummaa Australia keessaa qorachuu
    Jun 26 2024
    Teaching in Australia offers stable career and professional growth opportunities, making it an attractive field for aspiring educators and career changers. - Australia keessatti barsiisuun carraa guddina hojii fi ogummaa tasgabbaa’aa kan kennu yoo ta’u, barsiisota hawwii qabanii fi jijjiirraa hojii jaallataniif hawwataa dha.
    Más Menos
    17 m
  • #64 Sharing family culture through food (Med) - #64 Nyaata waliin qooddachuun aadaa maatii ofii baruu (Med)
    Jun 19 2024
    Sharing and describing food that is special to your family and culture. - Nyaata waliin soorrachuu fi nyaata baayyee isiniif adda tahe , ykn aadaa keessan tahe maatii keessatti waliin haasa'uu. Sababa odeeffatnoo kana caqastaniin akkaataa afaan Inglishii itti dubbatan, hubatanii fi Australia keessatti hariiroo nama waliin uummattan irraa barattu.
    Más Menos
    1 m
  • Indigenous art: Connection to Country and a window to the past - Aartii Abbootii Dachee: Walitti hidhatiinsa Biyyaa fi ulaa haala dabreen wal agarsiisu
    Jun 19 2024
    Embracing their oral traditions, Aboriginal and Torres Strait Islander peoples have used art as a medium to pass down their cultural stories, spiritual beliefs, and essential knowledge of the land. - Duudhaa afaaniin dubbataman qabachuudhaan, ummatoonni Aboorijiinaa fi Torres Strait Islander, aartii akka giddu galaatti fayyadamuun seenaa aadaa isaanii, amantaa hafuuraa fi barbaachisummaa beekumsa lafaa dabarsaniiru.
    Más Menos
    12 m