• Tamsaasa FM Podcast WAAGJ kan Fulbana 7/2015. Jimmaa Attorney FM Podcast. የጅማ ዞን አቃቤህግ መ/ቤት FM

  • Sep 16 2022
  • Length: 17 mins
  • Podcast

Tamsaasa FM Podcast WAAGJ kan Fulbana 7/2015. Jimmaa Attorney FM Podcast. የጅማ ዞን አቃቤህግ መ/ቤት FM  By  cover art

Tamsaasa FM Podcast WAAGJ kan Fulbana 7/2015. Jimmaa Attorney FM Podcast. የጅማ ዞን አቃቤህግ መ/ቤት FM

  • Summary

  • Kuni Tajaajila Podcast FM Waajjira abbaa alangaa godina jimmaatin qophaa'ee tamsaafamu yommuu ta'u, tamsaasa kenya isa har’aatiin odeessaalee dhadachaa wajjiraalee abbaa alangaa aanaa godina jimmaa jalattii murtoo argatan, odeessaallee haala tajaajila waajjira abbaa alangaa godina jimmaa dabalatee odeeffannoo seeraa addaa addaa kan isin biraan genyu ta'a. Dabalata kanaan qophii addaa kan hubannoo seeraa kessan isinif gabbisu isinif qopheessinee jirraa. Qophilee kenya akka boohartanif jecha sirboota adda addaa jidduu jiddurrattii kan isin affeerruu ta'a. Nu waajjin turun sagantaalee kenyaan boharaa hubannoo seeraa kessaniis gabbifadhaa jennaa. Garee komnikeeshinii Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa. Website kenya https://mhaagj.org tajaajila fm waagj https://waagjfm.mhaagj.org barruulee maxxansaafi odeessaalee argachuuf https://www.odeessa.mhaagj.org/hb Ragaa sanadoota kan akka waligaltee fi bakka bu'ummaa waajjira kenyattii mirkanaahan online irraattii baruf http://aagrkhaagjimma.net seeroota addaa addaa bufachuuf https://laws.mhaagj.org
    Show more Show less
activate_primeday_promo_in_buybox_DT

What listeners say about Tamsaasa FM Podcast WAAGJ kan Fulbana 7/2015. Jimmaa Attorney FM Podcast. የጅማ ዞን አቃቤህግ መ/ቤት FM

Average customer ratings

Reviews - Please select the tabs below to change the source of reviews.